“Waanan lammaffaa dhaladhen se’e; umuriikoo keessatti sana duras, sanaan boodas akka guyyaa sanaatti gammadee hin beeku,” jedha Addisuu Xilaahun gaafa eebba isaa, bu’aa ba’ii jreenyaa rakkisaa keessa ...